Friday, 7 November 2025

Together we shall build Gado Warankoma School - Isin waliin taanee Mana Barumsaa kana hinijaarra

 The walls of our school are visibly crumbling due to years of harsh weather and aging infrastructure. This deterioration not only compromises the safety of our students but also affects their ability to learn in a secure and inspiring environment. By replacing these walls with durable concrete blockets, we can create a lasting, weather-resistant structure that supports education for generations to come. Your support can help us build a safer, stronger future for our children

                                        ------------------------------------------------

Yeroo ammaa manni barumsaa gidaada dhoqqee sababa umriin tureef qilleensatiin irraa jigaa jira. Kunimmoo nageenya barattootaf yaaddessaadha. Akkasumas adeemsa baruu fi barsiisuu irratti dhiibbaa qaba. Gidaa kana yoo bilokeettidhaan jijjiirrame, mana barumsaa yeroo dheeradhaaf turu, kan nageenya ijoolletiifis hinsodaachifne ijaarra jechuudha. Ijoollenis bakka fuuldura isaanii itti ijaaran ta’a. Deeggarsa keessaniin fuuldura ijoollee ijarra.




Wednesday, 5 November 2025

Donate to support School poject - Ijaarsa mana barumaa deeggaraa

Gofundme
Afaan Oromootin gara jalaa jira.
We humbly request your support for a cause that is close to the hearts of many in our community—the renovation of Gado Warankomma School, located in the remote rural area of Gado Laman, Robe District, Arsi Zone, Ethiopia.
For decades, Gado Warankomma School has been a beacon of hope and opportunity for countless children in the area. Many of its former students have gone on to become respected doctors, engineers, teachers and leaders, contributing significantly to the development of our society. However, the school that once nurtured such bright minds is now in dire need of help.
The classrooms are deteriorating, with walls crumbling and roofs leaking. The learning environment is no longer conducive for students. In addition to rebuilding the classrooms, the school urgently needs furniture, educational materials, and basic facilities to ensure that current and future generations can learn in a safe and supportive environment.
We are reaching out to individuals, NGOs, government organizations, and community groups to join us in this vital mission. Your generous donation—no matter the amount—will go a long way in transforming the lives of hundreds of children and preserving the legacy of this important institution.
We kindly ask you to consider supporting this cause. Together, we can restore Gado Warankomma School to its former glory and ensure that it continues to be a place where dreams are nurtured and futures are built.
Thank you for your time, compassion, and generosity.
With heartfelt gratitude!
Gado Warankomma School renovation Committee:
Who we are:
We are originally from that area of Ethiopia and many of us gone to this school. We are currently living in Europe, Canada and USA.
We are concerned for this school because we are from this area and those we support are people we know closely.

This fund will be delivered to a local committee which is orgained to renovate this school and we shall follow up its implementation.
The fund will be used totally to renovate the school and buy school materials.

Gofundme irratt bakka tips jedhu 0 guutaa.

--------------------------------------------------------------------------------------------

Hojii guddaa hawaasa keenya biratti barbaachisaa ta’e dhimma mana barumsaa Gaadoo Waraanqommaa, kan ganda baadiyyaa Gaadoo Laamaan, Aanaa Roobee, Godina Arsii, biyya Itoophiyaa keessatti argamu, haaromsudhaf deeggarsa gaafatuu laalchisa.
Manni barumsaa Gaadoo Waraanqommaa waggoota dheeraaf carraa fi abdii ijoollee hedduu naannoo sanaa ta’ee ture. Barattoonni achi irraa baratan hedduun isaanii ogeeyyii fayyaa, barsiisota, injinaroota fi hoggantoota ta’uun hawaasa keenyaaf gumaacha guddaa gochaa jiru. Garuu amma, mana barumsaa kan gumaacha akkasii kenne kuni, gargaarsa isa barbaachisa.
Kutaalen barnootaa caccabaa jiru, baaxin dhimmisaa, haalli baruu fi barsiisuf mijataa miti. Kutaan barnootaa haaromsamuu qaba, akkasumas teessoo, meeshaalee barnootaa fi tajaajilawwan bu’uraa barattoota har’aa fi kan fuulduraa bakka gaarii keessatti akka baratan gochuuf gargaarsi hatattamaa barbaachisa.
Namoota dhuunfaa, dhaabbilee gargaarasaa, qaamota mootummaa fi gareewwan hawaasaa hundaaf deeggarsa akka nuuf taasisisaniif waamicha dhiheessina. Deeggarsa keessan — hammuma barbaadee ta’us — jireenya ijoollee komaatamaa jijjiiruu danda’a, akkasumas manni barumsaa kuni akka itti fufu gumaacha guddaa ta’a.
Waliin taanee, mana barumsaa Gaadoo Waraanqommaa diigamuu irraa oolchinee, bakka daa’imman abjuun gara fuulduraatti fi milkaa’ina ofii itti ijaaran taasisuu dandeenya.
Yeroo keessaniif, gara-laafina fi arjummaa keessaniif galata guddaa qabdu.
Galata guddaa fi kabajaan waliin!
Koree ijaarsa mana Baruumsa Gaadoo Waraaqommaa

Bakka tips jedhu 0 guutaa.

Pirojektii ijaarsa Mana Barumsa Gaadoo Waraanqommaa - School building project

Afaan Oromootin gara jalaa jira

Support for Building Gado Warankomma School

Currently, the school building is very old and damaged, and rebuilding it is beyond our capacity. Therefore, we need support from everyone.

So please stand with us and support us with whatever you can—we can achieve something great together.

Based on our experience so far, the money collected will be managed according to financial regulations and used appropriately. Not even a single cent will be spent on transportation or similar things. We have demonstrated this through our past actions.

-----------------------------------------------------------------------------------------------------------------------

Deeggarsa ijaarsa mana barumsaa

Yeroo ammaa manni barumsichaa waan dulloomef san ijaarsisuudhaf humna keenyan ol waan ta’eef gargaarsa nama hundarraa brbaanna.

Kanaaf deeggarsi keessan hammuma qabdaniin nu bira dhaabbadhaa, waliin waan guddaa gochuu dandeenyaa.

Muuxannoo hamma ammaa horanneerraa maallaqni walitti qabame seera herregaatin too’atamee hojiirra oola. Santimiin takkallee dhimma gejjibaa, durgoo fi kkf hinbaatu. Kana duras hojiidhan mulifnee jirra.





 

Deeggarsa hamma ammaa taasifame - Support given so far

Afaan Oromootin gara gadii jira 

Contributions from the Diaspora and Local Community

In the year 2024, a group of 11 individuals originally from the area but currently residing abroad, together with local contributors, collectively raisedETB 220 000. These funds were used to purchase exercisebooks and pens for 800 students of the school. The transportation of the materials was arranged and covered by one person.

Additionally, in 2024, we donated the first computer to the school, marking a significant step forward in enhancing its educational resources.

--------------------------------------------------------------------------------------------------------------------

Dhalataan naannaa sanii biyya ambaa jiran hamma nama 11 fi nama biyyaa dabalatanii:

Bara 2024 qarshii ETB 220 000 baasudhaan barattoota mana barumsichaa 800 dabatara fi qalama bitame. Gejjiba nama biyya jirutu baasee dhaqqabse.

Bara 2024 kompitara mana barumsichaaf isa jalqabaa ta’e kennan.




2025 Contributions and Developments

In 2025, a total of ETB 220,000 was donated by the same group of people to purchase notebooks for 800 students at the school. The Oromia Education Bureau supported the effort by covering transportation costs.

Additionally, in 2025, a projector capable of operating with low electricity consumption  was donated to the school.

From our experience, we have learned that a small group of committed individuals—both within the country and abroad—can coordinate effectively to bring about meaningful improvements to schools in their local communities.

Bara 2025 qarshii ETB 220 000 baasudhaan barattoota mana barumsaa 800 ta’aniif dabtara yoo bitan
Biiron Barnoota Oromiyaa immoo geejjiban deeggare.
 Bara 2025 Pirojektarii human ibsaa xiqqaadhan hjjechuu danda’u kenname.

Muuxannoo argannerraa namni muraasni biyya keessa fi biyya alaa walitti qindaayee maneen barumsaa naannaa isaa jijjiiruu danda’a.



Mana Barumsa Gaadoo Waraaqommaa - About the school

 

About Gaadoo Waranqommaa Primary School

Gaadoo Waranqommaa Primary School has produced many outstanding students over the years. It is located in Gaadoo Lamaan, a village in Robe District, East Arsi Zone in Ethiopia.

The school is situated in a remote area with poor road access and limited connectivity, and it is far from major towns. As a result, it has not received support from NGOs or other aid organizations. The school building, constructed by local farmers in 1985, remains in its original state. Currently, the structure is deteriorating, with its walls crumbling due to age and exposure

The school serves grades 1 through 8 and currently educates 800 students. It also includes a classroom dedicated to kindergarten level.

-------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------

Manni barumsa Gaadoo Waraanqommaa kuni bakka ijoollee ciccimoo hedduun keessaa maddite. Kan argamu Godin Arsii Bahaa, Aanaa Roobee, Ganda Gaadoo Lamaan keessatti.

Bakka kuni lafa daandii fi quunnamtii mijataa hinqabne waan ta’eef, Magaalota irraayyis fagoo waan ta’eef rakkoo isaa NGO fi qaamni gargaarsa taasisu hinargu. Kanarraa kan ka’e manni barumsaa kuni akkuma qotee bulaan akka lakkoofsa Tophiyaa bara 1977 ijaaranitti jira. Yeroo ammaa gidaada isa dhoqqeen irraa haca’aa, dulloomee jira.

Kutaa 1-8 kan qabu yoo ta'u barattoota 800 itti barata. Ijoollen oolmaa da'immaniitif keessatti kutaa qabu.




Together we shall build Gado Warankoma School - Isin waliin taanee Mana Barumsaa kana hinijaarra

 The walls of our school are visibly crumbling due to years of harsh weather and aging infrastructure. This deterioration not only compromis...