About Gaadoo Waranqommaa Primary School
Gaadoo Waranqommaa Primary School has produced many outstanding students over the years. It is located in Gaadoo Lamaan, a village in Robe District, East Arsi Zone in Ethiopia.
The school is situated in a remote area with poor road access and limited connectivity, and it is far from major towns. As a result, it has not received support from NGOs or other aid organizations. The school building, constructed by local farmers in 1985, remains in its original state. Currently, the structure is deteriorating, with its walls crumbling due to age and exposure
The school serves grades 1 through 8 and currently educates 800 students. It also includes a classroom dedicated to kindergarten level.
-------------------------------------------------------------------------------------------------------------------------
Manni barumsa Gaadoo Waraanqommaa kuni bakka ijoollee
ciccimoo hedduun keessaa maddite. Kan argamu Godin Arsii Bahaa, Aanaa Roobee,
Ganda Gaadoo Lamaan keessatti.
Bakka kuni lafa daandii fi quunnamtii mijataa hinqabne waan ta’eef, Magaalota irraayyis fagoo waan ta’eef rakkoo isaa NGO fi qaamni gargaarsa taasisu hinargu. Kanarraa kan ka’e manni barumsaa kuni akkuma qotee bulaan akka lakkoofsa Tophiyaa bara 1977 ijaaranitti jira. Yeroo ammaa gidaada isa dhoqqeen irraa haca’aa, dulloomee jira.
Kutaa 1-8 kan qabu yoo ta'u barattoota 800 itti barata. Ijoollen oolmaa da'immaniitif keessatti kutaa qabu.

No comments:
Post a Comment